Welcome to OLF official website:- Every human being should be free from repression, injustice and inhuman treatment. We stand for the true cause of the Oromo people. Gadaan Gadaa Jijjiiramaa fi Bilisummaati !!  
   
 

Translate  To Different Languages

Français/French Deutsch/German Italiano/Italian Netherlands/Dutch Español/Spanish Português/Portuguese
한국어/Korean 中文(简体)/Chinese Simplified 日本語/Japanese Greek Arabic / UAE Russia/Russian
Tell a Friend / Hiriyaa keetii dhaamii
Tell a Friend
Click on the <==Button

 

 
Events/Qophii
Washington DC, USA
Again in Atlanta
Portland, OR, USA
Again in Portland
Seattle, WA, USA
Again in Seattle

Ibsaa fi labsa Tokkoomuu Jaarmayoota, Gurmuulee Fi Qabsaa’ota Walaba Oromoo!
Onkoloolessa 31, 2009


Ibsa Waajjira Koree Yeroo ABO irraa kenname.
Sadaasa 8, 2009



VOA Afaan Oromoo - Interview with General Hailu Gonfa- Head of OLF Army, on NTV's Documentary

Click Here to Listen - Caaqasa
General Hailu Gonfa
Part 3 - NTV Kenya
Part 2 - NTV Kenya
Part 1 - NTV Kenya
NTV Promo


Suura Kora Gamtaa USA fi Canada
Click here for more pictures

Ebla 15 Guyyaan Yaadannoo Gootota Oromoo. Ibsa Waajjira KYABO Irraa Kenname

 

Ibsa Koree Yeroo ABO irraa
Ebla 9, 2009


Download Free 2009 OLF Calander

Viideo Dhaamsaa WBO
Daawwadha



Viideo Awuropha
Daawwadha

Viideo Artist Leenco, Isku fi Ibsa
Daawwadha

Viideo J/Samiyaa Osmaan
Daawwadha

Viideo J/Ibrahim Mumee MN, USA Daawwadha

Viideo
J/Qaasim Abba Nashaa
Daawwadha

Viideo
J/Amiin Jundii
Daawwadha

Viideo J/Ibrahim Mumee Daawwadha

Viideo J/Abbaa Faroo Daawwadha

Message of the Month

Viideo J/Karoorsaa Bosonaa
Daawwadha

 

Mata Duree Oduu
Dhaamsa Waggaa Haarawaa fi Ayyaana Guyyaa WBO!
Amajjii 1, 2010
Ibsa Gutuu -- Click here

MURTII TOKKOOMUU JAARMAYOOTA, GURMUULEE FI QABSAA’OTA WALABA OROMOO!
Muddee 12, 2009
Ibsa Gutuu -- Click here

Tokkummaan Gaaffii Tarsimoo ti!
Ibsa Koree Yeroo Adda Bilisummaa Oromoo irra
Ibsa Gutuu -- Click here

Ayyaan Guyyaa Goototaa Biyya New Zealand Magaalaa Auckland Milkiin Xumurame
Amajjii 23,2010
Akkuma beekamu ABO biyya New Zealand magaalaa Auckland keessaa jiraatu gaafa Amajjii 23-2010 Ilmaan Oromoo biyya tana keessa jiratan maraaf Guyyaa WBO FI haala yeroo kannaa baldhinaan hawaasa isattiif ibsuuf Rakkoolee adda addaa gaga’ama dhali Oromoo yeroo kana keessaa jiru ilalchisee Ilmaan Oromoo hundaaf Kabajjaa Oromummaa itti dhaamee Waamicha godheef. kabajja Guyyaa WBO ta’e kana irraatti Mi...Fulla Gutuu..

Walgahiin Haawaasa Oromo Magaalaa Atlaantaa Milkiin Xumurame
Sadaasaa 27,2009
Tokkuummaa Qabsaawootaatiif Walittii baqiinsa Dhaabootaaf Gurmuule Walba ta,an kan Guyyaa 10/31/09 Godhamee Ilaalchise Mariin Baldhaa Magaalaa Atlaantaatti Godhame Milkiin Xumurame. ...Fulla Gutuu..

WALGAHII MARSAA DURAA ABO NEW ZEALAND
Sadaasaa 26,2009
Nuti oromoon biyya New Zealand keessa jirru, walgahii guyyaa ar’dhaa sadasaa 22-2009 magaalaa Auckland tti geggeeffame irratti...Fulla Gutuu..

Oromoonni Toronto Tokkummaa Qabsaawota Abdiin Simatan
Sadaasaa 19,2009
Oromoonni Toronto tattaaffii tokkoomuu mooraa qabsoo Oromootiif bara 1984 irraa eegalanii carraaqqi gara garaa godhaa waan turaniif milkiin ar’a argame firii tattafii isaaniillee akka ta’etti amanuudhaan gammachuudhaan ufitti fudhatanii jiru...Fulla Gutuu..

Ibsa Ejjennoo Seeminaara ABO Godina Awroppaa
Sadaasa 19, 2009
Nuti Oromoon biyyoota Awurooppaa adda addaa keessaa dhufnee Seeminaara guyyaa har´a Sadaasa 14/2009 magaala Antwerpen, Belgium, keessatti gaggeeffame irratti hirmaanne, walta´insa Jaarmoleen, Gurmuulee fi Qabsaa´onni Qabsoo Bilisummaa Oromoo walaba ta´an Onkoloolessa 31,2009 labsan irratti bal´inaan ergi marihannee booda murtee kanatti aanu irra geenyee jirra....Fulla Gutuu..

Gartuun Wayyaanee Filannoo Sobaa Baanamuuf Ummata Hawachuuf Yaaliin Godhu Fashalaa Jira
Sadaasaa 11,2009
Yeroo ammaa guutummaa Oromiyaa irratti namoota adamsuun hammaatee jira.Nu deeggaraa jechuun dabballooti sirnichaa ummata nagaa sodaachisaa akka jiran beekameera. ...Fulla Gutuu..

Mootumaan Wayyaanee Ummata Lafa Isaa irraa Buqqisuu itti Fufeera
Sadaasaa 11,2009
Poolisiin Investment wayyaanee naannoo Oromiyaa keessaatti lafa jireenyaa irraa buqqa’uu namootaaf sababa guddaa ta’aara.Yeroo beelli hamaan lammiilee irratti aggaamate kanatti qotataan Oromoo lafa jireenyaa irraa buqaafamee akka karaa irratti dhiifamaaru gabaafamaa jira....Fulla Gutuu..

Walgahiin Tokkummaa Qabsaawotaa Oromoo Labsa Walii-galtee Dhaaba Tokko Jalatti Walitti Makamuu Mirkaneessuun Xumurame
Onkoloolessa 31,2009
Onkoloolessa 31, 2009 Magaala Minneapolis/Saint Paul, Minnesota keessatti walgahiin jaarmayootaa fi qabsaawota Oromoo guyyoota afuriif gaggeeffamaa ture bakka ummatni 1500 argametti labsa jaarmaya/dhaaba/ tokkoo /ABO/jalatti gurmaa’uun xumuramee jira. Walgahiin kun akkuma aadaa Oromoo eebbaa manguddootiin kan baname yommuu tahu faaruun alaabaa fi yaadannoon goototaa qabsoo irratti wareegamaniif ...Fulla Gutuu..

ODUU GAMMACHIIFTUU
Onkoloolessa 31,2009
Tokkummaan Walabummaa Oromiyaatii fi Bilisummaa Ummata Oromootiif murteessaa tahe yeroo duraatiif Biyya USA ,MN magaala ST.Paul keessatti Guyyaa har.aa 10/31/2009 walitti makamiinsa jarmayoolii Siyaasaa Shaniin mirkanaahuun Hogganoonni walitti dhufan kun Maqaa jaalatama fi Abdii fi wabii bilisummaa Ummata oromoo kan tahe ABO Alaabaa fi Asxaa dhaabbichaa akkuma jirutti fudhachuun eegalamee...Fulla Gutuu..

Tokkummaan Dhugaa Qabsaawota Haqaan Kaayyoo Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaatti Amananiin Dhufa.
Onkoloolessa 18,2009
Bara 2008 akkuma Jijjiiramaaf haarawoomsi dhaaba keenya ABO keessatti godhameen booda ‘hegereen QBO maal akka ta'uu qabuu fi akkamitti mooraan QBO deebitee akka itti jabaachuu dandeeysu’ kan jedhu sirritti erga mari'atameen booda karoorri hujii jalqaba bara sanii lafa kaayame...Fulla Gutuu..

Magaalootaa Gurgudoo Kanaadaa Ottawaa fi Kalgarii Keesatti Walgahiin ta’e Milkii fi Injifannon Raawatame.
Onkoloolessa 14,2009
Kora kannin irrati miseensooni ABO, deggertooni, dargaggooni fi miseensooni Hawaasa Oromo Ottawa, Kalgari fi Brooks Argamani jiru. Walgahii kana irratti akkuma aadaa keenyaa eebbaan jalqabamee. ...Fulla Gutuu..

Mootummaan Wayyaanee Filannoo 2010 Irratti Geggeefamuun Sababataa Ummata Unkuruu Akka Jabeefate Dhaamame
Onkoloolessa 12,2009
Mootuummaan woyyannee ofii fiigee, ofumaa of dorgomee injifadhee jechuun baroota 17 dabarsuun isaa ni yaadatama. Mootummaan woyyaanee kijibn qaanii osoo hin taane, aadaa kan godhate dha, filannoo ofuma of dorgomee injifadhe jedhe labsatu jiruu, guyyaan filannoo osoo hin geennee ilmaan Oromoo irratti jequumsaa jalaqabuun maddii oduu keennaa addeesiteerti. Gabaasa guutuu...Fulla Gutuu..

Lola Woyyaaneen Qindeessiteen Lubbuun Namoota Heddutti Lakkawaan Dabarteerti
Onkoloolessa 12,2009
Mootummaan sab bicuu, ilmaan tigrayiitin geggeefamtu, sanyii duguuggaa Oromoo irratti raawachaa jirtu babaldhisaa deemuun madii oduu keenyaa gabaseera.. Ummata Oromoo lakkofsa isaa bifa kamiin xinneessinee sab bicuu goonaa kan jedhuu ilaalcha qabduun sanyii Oromoo beelaan, dhibdeen fi rasaasaan lafa fixaa demuun ishii dubii ifa baate. Haaluma kanaan, torbaan lufee akkuma maddii oduu keenna gabase...Fulla Gutuu..

Walgahiin ABO Kutaa Kibba Paasfiikii fi Yaamichi Gumii Tokkummaa Jaarmayoota Oromoo Gudhamu’uun Milkii Gudda’aan Xumurame
Onkoloolessa 9, 2009
Yaamicha fi Iyyata WBOn godheef kana guutuu fi guututti akka bira dhaabbatanii fi waan irraa barbaachisu hunda godhuudhaaf waadaa seenanii jiru. Dabalees guyyama kana waadaan seename gargaarsa WBO fi qabsoo teenyaaf jecha Doolaara Kuma heddutti lakkaayamu gabaafamee jira....Fulla Gutuu..

Duullii WBO Irratti Xiyyeefate Gurtuu Boodessitoota fi Woyyaaneen Qindayee Gara WBO Zoonii Kaabaatti Ergamuun Saaxilamee
Onkoloolessa 4, 2009
Jiilli mootummaa wayyaanee fi booddesitootaan qindeefamee gama Wallootti Jibuutii irraa bobahe kun kan humna WBO naannoo sana keessa socho’u akka jeequuf ergamni itti laatamee jira jechuun keessa beektotiin hubachiisanii jiru. ...Fulla Gutuu..

Mootummaan Sab Bicuu fi Abbaa Irrummaa Empayeera Toophiyaa Keessatti Dagaageessa Jirtu, Duula Ummata Oromoo Irratti Gootuun, Sab Lammii Ollaa Oromoo Dabalachuun Lubbuu Nama Saddeetama(80) Olii Galafat
Onkoloolessa 4, 2009
Godina Gujii ona Liiban naannoo Waleensoo jedhamee waamamutti, lola geggeefameen lubbuun namootaa 82 ol tasaatti akka baate himamee jira.Namooti madaahanis hedduu akka ta’etuu himame.. ...Fulla Gutuu..

Walgayiin Hoogganoota ABO Biyya Alaa Milkiin Xumurame
Fulbana 12, 2009
Walgayiin hoogganoota ABO biyya alaa Fuulbana/Birraa 5,6, fii 7 /2009 magaalaa Minneapolis, USA keessatti geeggeeffamaa ture milkiin xumurame. ...Fulla Gutuu..

 

 

Headline News
 

 

Ethiopia is on a deteriorating human rights trajectory as parliamentary elections approach in 2010. These will be the first national elections since 2005, when post-election protests resulted in the deaths of at least 200 protesters, many of them victims of excessive use of force by the police. Broad patterns of government repression have prevented the emergence of organized opposition in most of ...More...


 
 

Aid agencies that dare to speak out publicly, or even to allow a photo of a malnourished child at a feeding centre, can be punished or expelled from the country. Visas or work permits are often denied, projects can be delayed, and import approvals for vital equipment can be buried. Most relief agencies are prohibited from allowing visits by journalists or foreigners, except under strict government ...More...


 
 

The officials gave each of us a different reason about what we were doing wrong in the country. My favorite was that we were “overknowledging” our students by challenging them in the classroom. While we were never given an official reason for our deportation, many of us believe it had to do with the ethnicity of the students we were teaching: Oromo. ...More...


 
 

And famine looms once more. At that suggestion, Mr Meles narrows his eyes and growls, “That is a lie, an absolute lie.” There is more than enough food in government warehouses to feed the people, he says. But others say stockpiled grain has already been earmarked for handing out to people in the towns. ...More...


 
 

Kenya’s ‘Nation’ Media Group Tells IPI It Will Resist Government Pressure Over Investigative Documentary about Ethiopian Rebel Fighters ...More...


 
 

Meles Zenawi launched a diplomatic offensive to block NTV's four-part investigative report on the Oromo Liberation Front, Appeals to cancel the series were backed by Kenya's Foreign ministry, which argued that Kenya's national interests were at stake in the diplomatic row. ...More...


 
 

the new law says “Whosoever writes, edits, prints, publishes, publicises, disseminates, shows, makes to be heard any promotional statements encouraging… terrorist acts is punishable with rigorous imprisonment from 10 to 20 years,”. ...More...


 
 

The present socioeconomic and political atmosphere in Ethiopia in general and in Afar region in particular has reached unbearable level, where poverty, corruption, injustice and nepotism prevail. ...More...


 
 

The government of Ethiopia has put a restriction on trucks with food supplies and prioritized trucks of fertilizers into the country as nine million Ethiopians face hunger and three months of starvation. ...More...


 
 

Mr. Aliye Geleto Anota, the young and vibrant current President of the Australian Oromo Community Association in Victoria, Inc., Mr. Sura Itafa, the highly dedicated and renown Oromo artist, and Mr. Shangale Ali, one of the founding members of the Oromo Community Association in Australia (founded in 1984) were the recipients of the “Certificate of Appreciation to Australian Volunteers.” ...More...


 
 

Oromo students in several schools in Arsi province of Ethiopia's Oromia state were detained for demonstrating against the Ginbot 20 holiday, saying the holiday is only for the Tigrayan Peoples Liberation Front (TPLF) of the EPRDF coalition ruling party and it does not concern Oromo people. ...More...


 
 

A call to place aid to Ethiopia under greater scrutiny and to bring pressure to bear on Prime Minister Meles Zenawi to ensure the respect of human rights in Ethiopia has brought Oromo from all over Europe onto the streets of Brussels. ...More...


 
 

Two civilians have become the most recent victims of torture in Ethiopia. Mr. Abdurashiid Ibrahim Adam and Mr. Hassan Ibrahim Tule, both from Eastern Hararge Region in Oromia, have died from extreme torture inflicted on them by members of the Ethiopian Security Forces while they were in prison. ...More...


 
 

In Ethiopia, there are currently more than 10 million people who have been affected by drought. Some 4.6 million people are threatened by hunger and malnutrition and require urgent food assistance. ...More...


 
 

TPLF government spokesman Ermias Legesse called MP Bulcha Demeksa a "criminal" after the opposition MP doubted the government's allegations of assassination plots by the Ginbot 7 origanization. ...More...


 
 

The story broke two weeks ago when the government of Prime Minister Ethiopia's dictator Meles Zenawi said 40 men had been arrested for planning a coup after police found guns, bombs and “written strategies” at their homes. ...More...


 
 

As a consequence of the recent alleged coup detat, later downgraded to an assassination plot by the regime’s chief propagandist, Bereket Simon, the Wayyane regime is cracking down hard against members of the military and security forces. ...More...


 
 

The regional administration left the government to mount armed opposition. This is indeed a new development because in the past the opposition to Tigrean domination in Ethiopia in general and the Afar region in particular came from outside the ruling party. ...More...


 

 

 

 
  Site Map | Privacy Policy | webmaster
     
© Copyright OLF 2008
Recommend this website;