Humna Bittaa Malaqa Itoophiyaa gad buusun ummata miidhudhaf kan qopha’edha
September 6, 2010
|
Qonnan bulaan keenya xa’oo, kemikaalota farra aramaa fi callaa guddisan adda addaa biyya alaa irraa bitaman hundi gatiin isaanii ol akka ka’uu tasisuun gudddina oomisha qonnan bulaa kan gad qabu duwwaa utuu hin ta’iin, gatiin midhanii fi akaakuun nyataa hojjetota mootummaa bitanii nyataniif jireenya isaani gaggeessuu akka hin dandeenye calmaatti hiyyumma keessa akka gangalachaa jiraatan kan godhud [Fullaa Gutuu...]
|
|
Jilli OPDO Gurgurtaa Lafa Qotee-bulaa Oromoon Bu'aa Siyaasaa Bitachuuf DC tti argama
Hagayya 21,2010
|
Gimgamaa adeemsifamaa jiru irratti garee-gareen wal qoqqoduun teessoo irratti wal-a'uun akkuma jirutti ta'ee jilli OPDO ol'aanaan Kumaa Dammaqsaan durfamu lafa qotee-bulaa Oromoo naannawa magaalaa Finfinnee gurguruun deeggarsa siyaasaa ittiin bitachuuf Washington DC seenee jira. [Fullaa Gutuu...]
|
|
OPDO fi Gimgamaa Wayyaanee Kan Bara 2010
Hagayya 20,2010
|
Wayyaaneen singiggoo “injifannoo cululuqaa” filannoo dabreen gonfatteen booda faarri badee jira. Mormitootatti dachii itti dhiphisuu fi ummata sossobaa doorsisuun erga %99.9 “moo’attee” as” mujaa fi qajimaa ofii keessaa aramnee buqqifna” jechuun yeroo ammaa gimgamaa hidda-fageessa geggeessaa jirti. Kanaanis aanga’oonni OPDO hirriba dhaabanii joonja'aa jiru. Abbaay Xahaayyee (Tigree), Barakat S [Fullaa Gutuu...]
|
|
Wayyaaneen Lammata Somalee Weeraruuf Duula Baafte
Hagayya 20,2010
|
Maddi qabatamaan akka mirkaneessetti torbaan kana waraanni Wayyaanee Somaalee weeraruuf daangaa Somaalettitimaa jira. Akka jedhamutti loltoonni lakkoofsaan kuma sadi gahan buufata waraanaa Kibba Baha Oromiyaa tti argamu tokkotti wal sassaabuun yeroo dheeraaf shaakala adda addaa erga geggeessaniin booda torbaan kana gara Somaaletti gugataa jiran. Akeekni duula kanaa mormitoota Somalee kan biyyatt [Fullaa Gutuu...]
|
|
Ibsa Ijjannoo Kora Gamtaa Kutaa U.S.A fi Canada
Adoolessa 30,2010
|
Korri Gamtaa miseensota ABO Kutaa USA fi Canada Adoolessa 27, 2010 magaalaa Seattle,Washington keessatti haala oo'aan jalqabame guyyoota afuriif dhimmoota taarsiimoo fi tooftaa qabsoo akkasumas xiinxalaa haala sochii kutaalee lamaanii fi dhaaba waliigalaa, fi xiyyeeffannaa hujii fuula duraa irratti marii baldh’aa erga gaggeesseen booda murtiilee armaan gadii dabarfachuun xumurame. [Fullaa Gutuu...]
|
|
Korri Gamtaa Kutaa USA fi Canada Kan Bara 2010 Jalqabame
Adoolessa 27, 2010
|
Korri Gamtaa miseensota ABO USA fi Canadaa Adoolessa 27, 2010 magaalaa Seattle,Washington keessatti haala oowwaan jalqabamee jira. Kora kana irratti miseenotni ABO biyyoota USA fi Canadaa jiraatan lakkoobsaan 150 ol tahan irratti argamanii jiru. Walgahiin kun akka aadaa eebba manguddootiin kana jalqabe yemmuu tahu walgahii kana sirnaan kan banan J/Ibsaa Nagawoo miseensa Koree Hojii raawwachii [Fullaa Gutuu...]
|
|
Cittoo Irratti Shiftoo: Diraamaa Filannoo fi Haala Oromoo Dambalii Tokkummaa
Waxabajjii 12,2010
|
Xalayoonni armaa gadii filmaata Wayyaanee ilaalchisee argaa-dhageettii lammii Oromoo tokko kan Oromiyaa jiraatu ti,waan ija ofiin arge. Haala filmaata waliigalaa agarsiisa. Itti dhiyaadhaa. [Fullaa Gutuu...]
|
|
Wayyaanee Jalatti Filannoon Mirga Argamsiisa Moo Mirga Sarbisiisa? Dambalii Tokkummaa
Caamsaa 31,2010
|
Erga Wayyaaneen 1991 tti aangoo qabattee filannoo marraa 5 adeemsifte. Kan jalqabaa isa bara 1992 ti. Kanarratti ABOn deeggarsa saba isaa akka qabuu fi akka isii injifatu agarraan isaa fi ummata Oromoo irratti lola labsite; Oromoota kumaatamaan lakkaa'aman mana hidhaatti guurte, bakka-buutee dhabamsiifne, maatii duratti rasaasaan gubde, biyyarraa qabachiifte, qe'ee irraa buqqisuun biyya isaa keess [Fullaa Gutuu...]
|
|
Guyyaan Yaadannoo Goototaa Haala Hoo’aan Ayyaaneffame
Ebla 17,2010
|
Guyyaa Yaadannoo Gootota Ilmaan Oromoo woggaa woggaan kabajamaa ture. Kan bara kanaas as konyaa MNtti Ebla 17 magaalaa Minneapolis keessatti bakka hawaasni Oromoo argametti haala hoo’aa fi adda ta’een kabajamee ooleera. [Fullaa Gutuu...]
|
|
Ibsa Ejjannoo Kora Kutaa USA Adda Bilisummaa Oromoo
Bitoottessa 29,2010
|
Addii Bilisummaa Oromoo kaayyoo dhaabbateef bakkaan gayuuf wareegamni qaaliin kafalamaa as gaheera. Ilmaan Oromoo qaqqaaliin, manguddoon, dargaggoon, shamarran, hawwanii fi gameeyyiin kumaatamaan lakkaa’aman qabsoo kanaaf lubbuu deebisaa hin qabne kennaniiru. Qabsoo kana bakkaan gayuuf miseensootiin ABO fi sabboontotiin biyya alaa jiran jireenya biyya ambaa ulfaataa keessatti qabsoo kana qarqaaru [Fullaa Gutuu...]
|
|